Baha Biiftuu

𝗦𝗲𝗲𝗻𝗮𝗮 𝗢𝗱𝗮𝗮 𝗕𝘂𝗹𝘁𝘂𝗺 :- 𝗢𝗱𝗮𝗮𝗹𝗲𝗲 𝘀𝗵𝗮𝗻𝗮𝗻 𝗴𝗼𝗱𝗶𝗻𝗮𝗮𝗹𝗲𝗲 𝗢𝗿𝗼𝗺𝗶𝘆𝗮𝗮 𝗸𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗮𝗿𝗴𝗮𝗺𝗮𝗻 𝗸𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮 𝗢𝗱𝗮𝗮𝗻 𝗕𝘂𝗹𝘁𝘂𝗺 isa 𝘁𝗼𝗸𝗸𝗼 yammuu ta’u 𝗴𝗼𝗱𝗶𝗻𝗮 𝗛𝗮𝗿𝗮𝗿𝗴𝗲𝗲 𝗟𝗶𝘅𝗮𝗮 aanaa 𝗢𝗱𝗮𝗮 𝗯𝘂𝗹𝘁𝘂𝗺, magaalaa 𝗞𝗮𝗮𝗿𝗿𝗮 𝗤𝘂𝗿𝗾𝘂𝗿𝗮𝗮 jedhamtu irraa fageenya 4𝗸𝗺 irratti argama. ◼️Odaan bultum gara kaabaatiin 𝗚𝗮𝗮𝗿𝗮 𝗕𝘂𝗹𝘁𝘂𝗺𝗶𝗶𝗻, gara Luxaatiin 𝗛𝗮𝗿𝗼𝗼 𝗖𝗮𝗿𝗰𝗮𝗿𝗶𝗶𝗻, gara Bahaatiin 𝗗𝗮𝗻𝗱𝗲𝗲𝗻, gara Kibbaatiin immoo 𝗚𝗼𝗼𝗿𝗼𝗼 𝗖𝗶𝗿𝗿𝗶𝗶𝘁𝗶𝗶𝗻 daangeeffamee argama. ◼️𝗠𝗼𝗴𝗴𝗮𝗮𝘀𝗮 𝗺𝗮𝗾𝗮𝗮 𝗢𝗱𝗮𝗮 𝗯𝘂𝗹𝘁𝘂𝗺 ilaalchisee odeeffannoo akkas jedhuutu jira. Bara durii keessa gaafa 𝗜𝘁𝘂𝘂𝗻 𝘁𝗮𝗿𝗿𝗲𝗲 godaantu halkan hunda namni keessaa du’aa ture. Gaafa Odaa bultum jala bulan garuu namni tokkolleen osoo hin du’in waan bulaniif ganama hirriibaa ka’anii “Bullee bultanii?” jechuun nagaa wal gaafatan. Ergasii kaasee maqaan isaa Odaa Bultum jechuun miggaafame. ◼️𝗔𝗸𝗸𝗮 𝗺𝗮𝗻𝗴𝘂𝗱𝗱𝗼𝗼𝗻𝗻𝗶 𝗻𝗮𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼 sanaa jedhanatti. Bara sana keessa 𝗶𝘁𝘂𝘂𝗻 gosaan qabeenyaa fi diinagdee irratti walitti bu’aa waan turaniif haala kana fooyyeessuuf Odaa kana jalatti wal-gahanii Heeraa fi Seera ittiin bulan baafatan jedhama. Yeroo sanatti Awsa’id akka aannan sa’satti walitti ititaa, tokko ta’aa, walitti isin haa mi’eessu, jedhee akka eebbisees ni himama. ◼️𝗪𝗮𝗹𝘂𝗺𝗮𝗮 𝗴𝗮𝗹𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗼𝗱𝗮𝗮𝗻 𝗯𝘂𝗹𝘁𝘂𝗺 𝗯𝗮𝗸𝗸𝗮 𝗼𝗿𝗼𝗺𝗼𝗼𝗻𝗻𝗶 𝗻𝗮𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼 𝘀𝗮𝗻𝗮𝗮 𝗺𝗮𝗾𝗮𝗮 "‘𝗜𝘁𝘂𝘂’" jedhu itti argatanii fi 𝗻𝗮𝗴𝗮𝗮𝗻 𝗯𝘂𝗹𝗮𝗻 waan ta’eef gaafasii jalqabee kabajaa guddaa argachaa dhufe. ◼️𝗠𝗮𝗻𝗴𝘂𝗱𝗱𝗼𝗼𝗻𝗻𝗶 𝗼𝗿𝗼𝗺𝗼𝗼 “𝗛𝗲𝗲𝗿𝗿𝗶 𝘁𝗼𝗸𝗸𝗼 𝗱𝗮𝗺𝗲𝗲𝗻 𝗮𝗱𝗱𝗮” jedhu. Herri hangafticha 𝗼𝗱𝗮𝗮 𝗺𝗮𝗱𝗱𝗮 𝘄𝗮𝗹𝗮𝗮𝗯𝘂𝘂 irraa jalqabees yeroo yeroon tumamaa odaalee hundarra erga naanna’een booda Odaa bultum irratti waan guutameef ( 𝘅𝘂𝗺𝘂𝗿𝗮𝗺𝗲𝗲𝗳 ) 𝗢𝗱𝗮𝗮𝗻 𝗯𝘂𝗹𝘁𝘂𝗺 𝘂𝗺𝗺𝗮𝘁𝗮 𝗼𝗿𝗼𝗺𝗼𝗼 𝗯𝗶𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗸𝗮𝗯𝗮𝗷𝗮𝗮 fi ulfina guddaa qaba. ◼️𝗦𝗮𝗯𝗮𝗯𝗮𝗮 𝗛𝗲𝗲𝗿𝗿𝗶 𝗼𝗿𝗼𝗺𝗼𝗼 𝗷𝗮𝗹𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗴𝘂𝘂𝘁𝗮𝗺𝗲𝗲𝗳𝗶𝗶𝘀 odaan bultum 𝗼𝗱𝗮𝗮𝗹𝗲𝗲 𝗛𝗲𝗲𝗿𝗿𝗶 𝗷𝗮𝗹𝗮𝘁𝘁𝗶 𝘁𝘂𝗺𝗮𝗺𝗮𝗮 𝗱𝗵𝘂𝗳𝗮𝗻 shanan keessaa 𝗢𝗱𝗮𝗮𝗻 𝗯𝘂𝗹𝘁𝘂𝗺 𝗾𝘂𝘅𝘂𝘀𝘂𝘂𝘀 jedhama. ◼️ Oromoota naannoo sanaa birattiis 𝗦𝗶𝗿𝗻𝗮 𝗴𝗮𝗱𝗮𝗮 ykn akka jecha naannoo sanaatti (𝗦𝗶𝗿𝗻𝗮 𝗥𝗮𝗮𝗯𝗮𝗮 𝗗𝗼𝗼𝗿𝗶𝗶) keessaatti 𝗼𝗱𝗮𝗮𝗻 𝗸𝘂𝗻𝗶 𝗾𝘂𝘅𝘂𝘀𝘂𝘂 fi kan 𝗛𝗲𝗲𝗿𝗮𝗮 fi 𝗦𝗲𝗲𝗿𝗿𝗶 𝗢𝗿𝗼𝗺𝗼𝗼𝗻 𝗯𝘂𝗹𝘂𝘂𝗻 𝗷𝗮𝗹𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗴𝘂𝘁𝗮𝗺𝗲 𝘁𝗮’𝘂𝘂𝗻 𝗯𝗲𝗲𝗸𝗮𝗺𝗮. ◼️𝗗𝗼𝗼𝗿𝗶𝗶𝗻 𝘆𝗲𝗿𝗼𝗼 𝗵𝗲𝗲𝗿𝗿𝗶 𝗼𝗱𝗮𝗮 𝗯𝘂𝗹𝘁𝘂𝗺 𝘁𝘂𝗺𝗮𝗺𝘂 kan fudhatanii 𝘀𝗲𝗲𝗿𝗮 𝗶𝗿𝗿𝗮𝗮 𝗯𝗮𝗮𝘀𝘂𝘂𝗱𝗵𝗮𝗮𝗻 wal-bulchaa turan ta’uu manguddoonni ni dubbatu. ◼️𝗨𝗺𝗺𝗮𝗻𝗻𝗶 𝗻𝗮𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼 𝗸𝗮𝗻𝗮𝗮𝘁𝗶𝗶𝘀 𝗮𝗸𝗸𝘂𝗺𝗮 𝗼𝗱𝗮𝗮𝘄𝘄𝗮𝗻 𝗯𝗶𝗿𝗮𝗮 𝘄𝗮𝗴𝗴𝗮𝗮 𝘀𝗮𝗱𝗱𝗲𝗲𝘁𝗶𝘁𝘁𝗶 𝘆𝗲𝗿𝗼𝗼 𝘁𝗼𝗸𝗸𝗼 𝗼𝗱𝗮𝗮 kana 𝗷𝗮𝗹𝗮𝘁𝘁𝗶 kora ba’anii 𝗥𝗮𝗮𝗯𝗮 𝗶𝘀𝗮𝗮𝗻 𝗯𝘂𝗹𝗰𝗵𝘂 𝗳𝗶𝗹𝗮𝘁𝘂. ◼️Gabaabumatti 𝗢𝗱𝗮𝗮𝗻 𝗕𝘂𝗹𝘁𝘂𝗺 𝗴𝗮𝗹𝗺𝗮𝗮 fi 𝗴𝗶𝗱𝗱𝘂 𝗴𝗮𝗹𝗮 𝗺𝗼𝗼𝘁𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮 𝘂𝗺𝗺𝗮𝘁𝗮 𝗼𝗿𝗼𝗺𝗼𝗼 𝗻𝗮𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼 𝗸𝗮𝗻𝗮𝗮 ta’ee 𝗷𝗮𝗹𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗼𝗳𝗶𝗶𝗻 of-bulchaa akka turan seenaan ni addeessa. ◼️𝗦𝗶𝗿𝗻𝗶 𝗥𝗮𝗮𝗯𝗮𝗮 𝗗𝗼𝗼𝗿𝗶𝗶 (𝗚𝗮𝗱𝗮𝗮) waggaa 𝘀𝗮𝗱𝗱𝗲𝗲𝘁 𝘀𝗮𝗱𝗱𝗲𝗲𝘁𝗶𝘁𝘁𝗶 gaafa geggeeffamu ayyaana kabajamuutu jira. Innis ayyaana “𝗢𝗱𝗮𝗮 𝗕𝘂𝗹𝘁𝘂𝗺” kan jedhamu yommuu ta’u erga kabajamuu jalqabe 𝘄𝗮𝗴𝗴𝗮𝗮 𝗱𝗵𝗶𝗯𝗯𝗮𝗮 𝗼𝗹 kan ta’ee 𝗱𝗵𝗮. Maddi:- Manguddoo! Oda Bultum: This is a site which holds important place in the history of the Eastern Oromo people. It is a site where the Gada System was celebrated colorfully. This is the place where Gada system power transfer ceremonies and ceremonies of promotion from one Gada age grade to the other took place every eight years. It was also the place where Gada laws were drafted and amended. The latest Gada power transfer ceremony was carried out colorfully in January 2008 under the symbolic giant and graceful Oda tree. On this occasion, foundation was laid to build a new and modern Gada convention centre and Museum. The Oda Bultum Gada site is located at the distance of 15 kms from Badesa town. After few kilometers drive from Badesa, you turn to the left at the village follow a dusty road for about 5 kms which takes you to Oda Bultum. All the way from Arbarakate village, when you turn to the right to Bedesa town, the area marks enjoyable dramatic land forum and terrain ranging from deep gorges. This place grows coffee and chat, and the mountain ranges are covered with evergreen vegetation.

Comments

Post a Comment

Popular Posts